Gareen hooggansa Mana Murtii Waliigalaa fi Pirezidaantota Manneen Murtii Ol’anaa Godinaalee Naannoo Sidaamaa daangessan of keessatti hammate Guraandhala 16 bara 2013 Naannoo Sidaamaatti argamuun Mana Murtii Waliigalaa Naannichaa fi Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Hawaasaa daawwateera. Sabni Sidaamaa mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu isaa fayyadamee xumura bara 2012 Naannoo mataa isaa fi biyyattiif immoo Naannoo 10ffaa […]
Hojiin abbaa seerummaa hojii ulfaataa naamusa ol’aanaa gaafatu ta’uun ni beekama. Qacarrii fi guddina gaggeeffamu kamuu keessatti xiyyeeffannoon naamusaaf kennamu ol’aanaa dha. •••• Dorgommii gita hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa Manneen Murtii Aanaa tibba kana taasifamaa jiruun wal qabatees dandeettii dorgomtootaan dabalatatti naamusa isaanii gadi qabnee ilaaluun kanneen dandeettii fi naamusa ol’aanaa qaban guddisuu barbaadna. ••• […]
Yaadota Ammee