Hooggansi Mana Murtii Waliigalaa fi Manneen Murtii Ol’aanaa Oromiyaa Ebla 11 hanga 14 bara 2013 tti kora dhimmoota jajjaboo adda addaa irratti mari’atu gaggeessaa turaniiru. Haaluma kanaan dhimmi jabaan korri kun sadarkaa jalqabaa irratti mari’ate sadarkaa raawwii hojii Manneen Murtii Naannichaa hanga kurmaana 3ffaa bara 2013 tti jiru dha. Marii kanaaf akka tolus Manneen Murtii […]
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa walitti dhufeenyaa fi hariiroo wal hubannoo, wal deeggaruu fi wal cimsuu irratti fuulleffate Manneen Murtii naannolee biroo wajjin uumaa jira. Haaluma kanaan kana dura hooggansi Mana Murtichaa Mana Murtii Waliigalaa Naannoo Sidaamaa wajjin hariiroo hojii uumuuf gara Magaalaa Hawaasaa imaluun rifoormii Manneen Murtii Oromiyaa gaggeessaa jiran irratti muuxannoo kan qoodeef […]
Yaadota Ammee