Leenjiin Manneen Murtii Oromiyaa keessatti bulchiinsa maallaqa imaanaa ammayyeessuu irratti xiyyeeffate ogeessota Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaansii MMWO fi MMO tiif Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti kennamaa jira. Maallqani imaanaa wabiif abbootii dhimmaatiin qabsiifamu yeroo dheeraaf caasaalee Biiroo Maallaqaa sadarkaan jiran bira kaa’amaa kan ture yoo ta’u bara 2012 iraa […]
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa bara kana dandeettii raawwachiisummaa hawaasa Mana Murtichaa cimsuuf xiyyeeffannoo addaa kennee hojjachaa jira. Haaluma kanaan atoomina dhaabbata UNDP tiin leenjiin marsaa 4’n gaggeessitoota MMO fi MMWO, Ofisaroota, muudamtoota biroo fi Abbootii Seeraa MMWO tiif kennamaa turee jira. Gama biraatiin leenjiin tajaajilaa fi qabiinsa abbaa dhimmaa (customer service and handling) […]
Rifoormiiwwan Manneen Murtii Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiran akka biyyaatti fakkeenyummaa kan qabaniidha jedhan pirezidaantiin MMWO Kab. Obbo Gazaalii Abbaa Simal. Obbo Gazaaliin kana kan jedhan xumura leenjii dhimmoota rifoormii irratti xiyyeeffatee ogeessotaa fi dursitoota garee hooggansa hojii jijjiiramaa, karooraa, komunikeeshinii fi deeggarsa hojii dhaddachaa MMO fi MMWO guyyoota sadiif Adaamaatti kennamaa ture irratti argamuudhan […]
Yaadota Ammee