Waltajjiin marii raawwii hojii walakkaa waggaa Dhaddachaalee Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa fi bu’aa odiitii dhimmaa galmee murtiin boodaa qorachuu irratti xiyyeeffate hooggansa ol’aanaa fi hooggantoota KTAS Mana Murtichaa (Daayireektara KTAS, Qindeessitootaa Dhaddachaalee Dhaabbii fi Ijibbaataa, Gaggeessitoota Dhimmaa Dhaddacha Giddugaleesaa fi Dhaddachaalee Dhaabbii) haala hirmaachiseen Amajjii 14/2014 Magaalaa Bishooftuu tti marii gaggeeffamee jira.
Koreen Dhaabbii Dhimma Bulchiinsaa, Seeraa fi Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa Walittiqabaa Korichaa, Kab. Obbo Naasir Huseeniin durfamuun rifoormii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa tti gaggeeffamaa jiru Amajjii 12 bara 2014 daawwateera. Sadarkaa ijaarsi gamoo Waajjira Muummee Mana Murtichaa irra jirus Caffee Araaraatti argamuun ilaaleera. Sana boodas waltajjiin marii waloo gaggeeffameera. Waltajjicha irrattI haasaa baga nagaan dhuftanii […]
Hordoftootni Amantii Kiristaanaa marti baga Ayyaana Qillee/Guyyaa Dhaloota Iyyasuus Kiristoos bara kanaatiin nagaan isin gahe! ለመላው የክርትና ዕምነት ተከታዮች እንኳን ለእየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓልበሠላም አደረሳችሁ። AYYAANA GAARII! መልካም በዓል!
Manneen Murtii Oromiyaa keessatti ji’oottan jahan darban keessatti galmeewwan 301,879 dhiyaatanii ilaalamaa kan turan yoo ta’u kanneen keessaa galmeewwan 264,968 ta’an irratti murti kennuun danda’ameera. Kunis, galmeewwan dhiyaatanii ilaalamaa turan keessaa kanneen xumura argatan %87.77 ta’uu agarsiisa. Dhibbeentaan raawwii waliigalaa kun kan bara darbe yeroo walfakkaataa %82.40 waliin yeroo ilaalamu %5.37 dabaluu agarsiisa. Galmeewwan akka […]
Pirezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Kab. Obbo Gazaalii A/Simal kenniinsa tajaajila abbaa seerummaa fi hooggansa Manneen Murtii Oromiyaa keessatti hirmaannaa dubartootaa guddisuuf hooggansi MMWO kutannoo qaba jedhaniiru. Kab. Obbo Gazaaliin kana kan jedhan goolaba leenjii dandeettii hooggansummaa dubartootaa cimsuuf guyyoota lamaaf kennamaa ture irratti argamuun kallattii gara fuulduraa kennan keessattii dha. Manni Murtii […]
Kab. Obbo Gazaalii A/Simal, Pirezidaantii MMWO Pirezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Kab. Obbo Gazaalii A/Simal kenniinsa tajaajila abbaa seerummaa fi hooggansa Manneen Murtii Oromiyaa keessatti hirmaannaa dubartootaa guddisuuf hooggansi MMWO kutannoo qaba jedhaniiru. Kab. Obbo Gazaaliin kana kan jedhan goolaba leenjii dandeettii hooggansummaa dubartootaa cimsuuf guyyoota lamaaf kennamaa ture irratti argamuun kallattii gara fuulduraa […]
Pirezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Kab. Obbo Gazaalii A/Simal kenniinsa tajaajila abbaa seerummaa fi hooggansa Manneen Murtii Oromiyaa keessatti hirmaannaa dubartootaa guddisuuf hooggansi MMWO kutannoo qaba jedhaniiru. Kab. Obbo Gazaaliin kana kan jedhan goolaba leenjii dandeettii hooggansummaa dubartootaa cimsuuf guyyoota lamaaf kennamaa ture irratti argamuun kallattii gara fuulduraa kennan keessattii dha. Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa […]
Manni Murtii Aanaa Magaalaa Finfinnee Labsii Gurmaa’ina, Aangoo fi Hojii Manneen Murtii Oromiyaa Irra Deebiin Murteessuuf Bahe Lakk. 216/2011 Keewwata 24 (4) bu’uureffachuun Caamsaa 17 bara 2013 hundaa’ee hojii eegaluun isaa ni beekama.
Yaadota Ammee