Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa raawwii karoora tarsimoo waggaa shanan darbanii (2008-2012) koree ijaaruun akka xinxaalamu taasiseera; kanaanis ciminaalee fi hanqinaaleen turan adda bahaniiru. Daayirektoreetiin Dhimmoota Komunikeeshinii MMWO bu’aa xinxaala kanaa bifa kitaabaatiin maxxansuun raabsee jira, namootni kitaabicha hin arganne ykn softcopy’n dubbisuu barbaaddanniif haala dijiitalawaa ta’een qopheessinee marsariitii kana irra isiniif keenyee jirra. Barruu kana […]
Qulqullina tajaajila abbaa seerummaa fooyyeessuuf hojiilee hojjatamaa jiran keessaa tokko tilmaamamummaa murtii fi wal fakkeenyummaa hiikoo seeraa dabaluudha. Qixa kanaan murtiiwwan dhaddachi ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa kennu keessaa kanneen hiikoon seeraa gaariin irratti kenname filachuun mnaxxansiisuun Abbootii Seeraa gidduutti ejjannoon walitti dhiyaatu ni uumama jennee abdanna. Kanarraa ka’uudhaanis Daayirektoreetiin Dhimmoota Komunikeeshinii Mana Murtii Waliigalaa […]
Child justice project
Fakkeettii Ijaarsa Gamoo
Yaadota Ammee